Logo Lanfrica

Gahee Walleewwan Oromoo Sirna Gadaa Seenessuu keessatti Qaban Xiinxalluu

Domain:

natural language processing

Record type:

paper
Creator:
AmaTilFil
Publisher:
Oro
Host:
Qorannoon kun haalessa walleewwan qabsoo qabsoo Oromoo xiinxalluu irratti xiyyeeffata. Qorataan ragaalee qorannoo kana gaggeessuuf isa barbaachisan funaannachuuf ragaalee madda maxxansaalee ‘printed sources’ fayyadame. Qorataan ragaalee madda maxxansaalee irraa argaman haala hiikaqabessa ta’een xiinxalluuf aloolaatti fayyadamuun bifa afgaaffiitiin ragaalee funaannatee jira. Qorataan ragaalee akkamtaa qorannoo kanaa argachuuf meeshaalee funaansa ragaalee afgaafiifi sakatta’a meeshaalee maxxansaatti fayyadame. Xiinxala xinhiika haalessa walleewwan qabsoo Afaan Oromoo taasisuuf haalessa seenaa, siyaasaa, hawaasummaa, diinagdeefi aadaa walleewwan qabsoo keessatti dhihaatan irratti hubannoo guddaa qabaachuu barbaada. Barbaachisaa ta’ee yoo argame haalessa beekumsaa hafee sanaa fayyadamuunis dirqama.