Logo Lanfrica

XIINXALADHAMJECHOOTAA:KITAABABARATTOOTAAAFAAN OROMOOKUTAA 8FFAABARA2005 QOPHAA'EIRRATTIKAN XIYYEEFFAT

Domain:

natural language processingeducation
Creator:
:AL
Publisher:
Zenodo
Host:avatar
:DAANI’EELLAMMEESSAA(PhD) Qorannoonkunxiinxaladhamjechootaairrattikanxiyyeeffatuta’eekitaababarattootaAfaan Oromookutaa8ffaaxiinxaluufikallattiifurmaataakaa’uukankaayyefatedha.Ka’umsiqorannoo kanaaqorannoowwanhangaammaattidhamjechootaAfaanOromooirrattigaggeeffamanii jiranakaakuuwwandhamjechootaakitaababarnootaAfaanOromookeessattidhiiyaataniijiran addabaasuurratti;haallidhiyaannaaisaaniimaalakkafakkaatuxiinxaluurratti,xiyyeeffannoon dhiyaannaaisaaniifkennameejirumaalakkafakkaatuaddabaasuufigarafuuladuraatti akkamittidhiyaachuuakkaqabanxiinxaluunkallattiiagarsiisuurrattihanqinawaanqabaniif hanqinaaleemul'atankanneencufuufqorattuunqorannookanagaggeessiteejirti.Barsiisonni AfaanOromoobarsiisaajiran;barattoonnikutaa8ffaabaratan;qaamoleensirnabarnootaa qopheessaajiraniifihayyoonniAfaaniigarafuuladuraattidhamjechootaAfaanOromoorratti qorannoogaggeessuubarbaadanbu’aaqorannookanarraafayyadamtootata’uuwaan danda’aniifbarbaachisummaanqorannichaaolaanaadha.Qorannoonkunbakkaanmana barumsaSadarkaa1ffaaFinca’aarratti,yeroodhaankitaababarnootaAfaanOromooKutaa 8ffaabara2005qophaa’eerrattiifiqabiyyeedhaandhamjechaAfaanOromoorratti daangeffameera.Qorannookanamilkaa’inaanxummuruufqorannichaafgalteeta’uukan danda’anbarruuleenmaxxanfamaniifihinmaxxanfamnesakatta’amaniijiru.Gosniqorannoo qorattittiindhimmaittibaategosaqorannooakkamtaadha.Maddiragaaleeqorannookanaa immoomaddaragaaleetokkoffaafilammaffadha.Malleeniddatteessuuqorattittiinitti fayyadamte malaIddatteessuuKaayyeffataafiHammargeedha.Ragaaleefunaanuuf meeshaaleendhimmaittibahamanimmoosakatta'insadookumeentiifiaf-gaafiidha.Ragaaleen funaanamanmalaakkamtaattifayyadamuunxiinxalamaniiibsamaniiru.Bu’aanragaalee xiinxalamaniiscuunfaaargannooqorannichaakeessattieeramaniiru.Argannoonqorannichaas akkaittiaanuttitarreeffamaniiru.QabiyeekitaababarnootaAfaanOromookutaa8ffaakeessatti akaakuundhamjechootaakanneenakkadhamjechahirkataa(fufiileehortee,dhamjecha uumamtee,dhamjechatajaajiltokkee,dhamjechaduraa,dhamjechaboodaafidhamjecha walabaa(dhamjechahiikaafidhamjechatajaajilaa)dhimmaittibahamaniijiraachuuargannoon qorannichaamirkaneesseera.Akkaataattidhamjechoonnidhiyaataniijiranilaalchiseeirra }jireessaankaraaqindoominahinqabneenakkafeeteedhaandhiyaataniikanjiranta'uu, iftoominaafikallattiidhaanibsamniikanhinjirreta’uu,gilgaalonni,shaakalliifigochawwanadda addaadhamjechootaAfaanOromoobarattootashaakalsiisuurraattihanqinakanqabanta’uu, malleenbaruubarsiisuuaddaaddaadhamjechoonniittiinhubachiifamandhiyeessuurrattihaalli ittidhiyaatehanqinaqabaachuuisaaargannoonqorannichaaaddabaaseera.Xiyyeeffannoon dhiyaannaadhamjechootaafkennameejiruilaalchiseeqaamoleensirnabarnootaaqopheessan qabiyyeekitaabichaakeessattihammachiisuuffuulleffannaaisaandhamjechootaAfaan Oromoofkennaniijiranlaafaata'uunisaaargannoonqorannichaaaddabaaseera.Akkaataaitti dhamjechoonniAfaanOromoodhiyaachuuqabanilaalchiseebifaqindoominaafiifaata'aniin, malleenbaruubarsiisuuaddaaddaaqabataniidhiyaachuuakkaqabanargannoonqorannichaa dhugoomseera.Dhumairrattismannibarumsichaa,barsiisonniAfaanOromoo,ogeeyyiin waajjirrabarnootaaaanaafigodinaa,akkasumasqaamoleensirnabarnootaaqopheessan dhimmootaakkahanqinaattimul'atankanneenirrattiakkahojjetaniifkallattiinfurmaatayaboo qorannichaakeessataa'eejira.Dabaleewwanunkaaleeficheeklistiisakatta’insikitaabaaittiin gaggeeffameofkeessaaqabudhumaqorannichaarrattiqabsiifamaniijiru