Logo Lanfrica
  • Home
  • Atlas
  • Insights
  • Docs
  • Sign in

© 2026 Lanfrica. All rights reserved. All copyrights of the resources shown on the Lanfrica website belong to the original copyright holders, unless explicitly stated otherwise.

Xiinxala Qabiyyee Barnoota Gadaa Kitaaba Barataa Kutaa 8ffaa

Domain:

education

Record type:

paper
Creator:
Duu
Editor:
Taa
Publisher:
Zenodo
Host:avatar
Sababni qorataan qorannoo kana akka gaggeessuuf isa kakaase xiinxala qabiyyee barnoota Gadaa kitaaba barataa kutaa 8ffaa irratti yeroo barnoonni barataaf kennamu rakkooleen kanneen akka qabiiyyee barnootaa kennamu Godinaalee Oromiyaa hunda giddugaleessa kan godhatee miti, aadaan kitaabicha gadaa kutaa 8ffaa keessatti ibsame kan naannoo Gujiifi Boorana qofa irratti xiyyeeffachuu, loqoda naannoo Booranaa fi Gujii irratti bu’uureeffachuu, seeraan hojiirra ooluudhaafi walumaa galatti kitaabin gadaa kutaa 8ffaa hanqina giddugaleessummaa Godinaalee Oromiyaa hundaa eeguu dhabuu isaati. Kaayyoon guddaan qorannichaa hanqinaalee mul’atan kanneen addaan baasee xiinxaleera.Qorataan mala qorannoo ibsaatti dhimma bayee kitaaba Gadaa kutaa 8ffaa sakatta’ee jira.Adeemsa qorannoo kanaa keessatti iddattoon mala akkayoo hojiirra oolee jira. Meeshaaleen odeeffannoon ittiin funaanamanis sakatta’a dokimentii yoo ta’u, odeeffannoon malleen kanaan walitti qabaman mala qorannoo qulqulleeffataa yookiin akkamtaa fayyadamuun mala qorannoo ibsaatiin xiinxalameera jira. Haaluma kanaan ragaaleen xiinxalaman akka agarsiisutti, qabiyyeen kitaaba gadaa, loqoda, jechoonni itti gargaaramee, fakkiisi suuraaleen achi keessatti caqafaman Godinaalee hunda giddugaleessa kan hingodhanne ta’uu xiinxalamee jira. kitaabin gadaa qabiyyee akkamitiin akka eegale, haala kitaabin ittiin maxxanfame, qabiyyeen isaa akkamitti akka qophaa’e, xiinxalamee jira. Haaluma walfakkaatuun, babal’ina amantaa jiraachuu irraa kan ka’e hawaasichi gara amantaa hordofutti waan jiraniifi ammayyummaan baba’achuu irraa kan ka’e itti fayyadama sirnichaa laaffisaadhufeera.Qaamoleen dhimmi isaanilaallatu,qopheessota sirna barnoota gadaa irraa eegalee qamoleen barnoota irratti hojjetan sadarkaa sadarkaan kan jiraniifi hayyoonnii gadaayeroo yeroon qabiiyyee barnootaa kanneen madaaluu,hordoffii walirraa hin cinne gochuufi foyyaa’insa qorannaan deeggarame osoo godhanii gaariidha.
3

Visit

doi.orgzenodo.org

Languages

KaanKadaruMalaMarghi CentralMbayOromo, Borana-Arsi-Guji

Licenses

Creative Commons Attributionhttp://www.opendefinition.org/licenses/cc-byOpen Accessinfo:eu-repo/semantics/openAccess

Similar

SAKATTA"A QABIYYEE AFOOLA OROMOO KITAABA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 8FFAA AFAAN BARSIISUURRATTIXIINXALA HAALA DHIYAANNAA KOORNIYAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KITAABA BARATAA KUTAA 10FFAAXIINXALA QABIYYEE OG-WALALOO FI ASOOSAMA KITAABA BARATAA AFAAN OROMOO KUTAA SAGALII HANGA KUDHALAMAA KEESSATTIXIINXALA SIRRUMMAA CAASLUGAA AFAAN OROMOO KITAABA BARATAA KUTAA KURNAFFAAXIINXALA WALSIMANNAA QABIYYEE KITAABA BARATAA AFAAN OROMOO, QORMAATA MOODEELAA FI QORMAATA BIYYOOLEESSAA KUTAA 10FFAA BARA 2010 A.L.IXIINXALA HAALA DHIHAANNAA HENNAA KITAABA BARATAA AFAAN OROMOO KUTAA 1 1 FFAA FI 1 2FFAA BARA 2005 QOPHAA'EE

SAKATTA"A QABIYYEE AFOOLA OROMOO KITAABA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 8FFAA AFAAN BARSIISUURRATTI

: NUGUSAA ABARRAA (KAADH.PHD) Qorannoon kun sakatta’a qabiyyee afoola Oromoo kitaaba barnoota Afaan

XIINXALA HAALA DHIYAANNAA KOORNIYAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KITAABA BARATAA KUTAA 10FFAA

Axereeraa   Kitaabni barnootaa kallattii hundaan barattoota giddugala godhata jedhamee yaadama; ka

XIINXALA QABIYYEE OG-WALALOO FI ASOOSAMA KITAABA BARATAA AFAAN OROMOO KUTAA SAGALII HANGA KUDHALAMAA KEESSATTI

Axeerara   Qorannoon kun kitaabota barataa Afaan Oromootiin qophaa’an keessaa kitaabota Afaan Orom

XIINXALA SIRRUMMAA CAASLUGAA AFAAN OROMOO KITAABA BARATAA KUTAA KURNAFFAA

Kaayyoon qorannoo kanaa haala qophii kitaaba barataa Afaan Oromoo bara 2005 kan kutaa 10 gama sirrum

XIINXALA WALSIMANNAA QABIYYEE KITAABA BARATAA AFAAN OROMOO, QORMAATA MOODEELAA FI QORMAATA BIYYOOLEESSAA KUTAA 10FFAA BARA 2010 A.L.I

Kaayyoon guddaan qorannoo kanaa kitaaba barattootaa Afaan Oromoo qormaata moodeelaafi qormaata biyyo

XIINXALA HAALA DHIHAANNAA HENNAA KITAABA BARATAA AFAAN OROMOO KUTAA 1 1 FFAA FI 1 2FFAA BARA 2005 QOPHAA'EE

Kayyoon qorannoo kana akkaataa dhiyaannaa hennaa kitaabilee barataa barnoota Afaan Oromoo Kutaa 1 1