Logo Lanfrica
  • Accueil
  • Atlas
  • Analyses
  • Documentation
  • Sign in

© 2026 Lanfrica. Tous droits réservés. Tous les droits d'auteur des ressources affichées sur le site Web Lanfrica appartiennent aux détenteurs de droits d'auteur d'origine, sauf indication contraire explicite.

Xiinxala Ergaa Geerarsa Dinagdee Oromoo Jimmaa Jaawwii

Domaine:

natural language processing

Type de record:

paper
Créateur:
GalJaaAbd
Éditeur:
Jor
Hôte:avatar
Kaayyoon qorannoo kanaa ergaa geerarsota dhimma dinagdee xiinxaluun addeessuudha. Maddeen ragaalee qorannichaas maddeen ragaalee tokkoffaa yoo ta’an, tooftaalee funaansa ragaalee keessas daawwannaa, afgaaffiifi marii gareetti dhimma ba’amuun ragaaleen funaannatamaniiru. Ragaaleen funaanamanis mala akkamtaa ibsaan xiinxalaman jiru. Argannoon qorannoo kanaas dargaggeessi tokko osoo hinfuudhiin dinagdeedhaan ofdanda’uun akka barbaachisu mul’isa. Akkasumas, namni hojiitti cimaa hintaaneefi hiyyummaa injifachuu hindandeenye hawaasa naannoo isaan akka tuffatamu, qorqalbiifi hariiroon inni hawaasa waliin qabu kufaa ta’uu mul’isa. Kana malees hiyyummaan carraa osoo hintaane hojjechuu dhabuu irraa akka dhufuufi namni hojjete kamuu hiyyummaa keessaa ba’uu akka danda’amu agarsiisa. Kana malees, geerarsota dhimma dinagdee keessatti dhiibbaa sirni garboonfataa Oromoo Maccaa irraan ga’aa tureefi sun ammoo hiyyummaaf akka isaan saaxiletuu ibsamee mul’ata.  Kanarraa kan ka’e, Oromoon hiyyummaafi gadadoof akka saaxilame; hiyyummaan kabaja namummaa kan namarraa muulqu diina guddaa ilma namaa akka taateefi Oromoonis sababa hiyyummaa kabajaafi ulfina dhabee qe’ee isaatti salphatee jiraachaa akka ture agarsiisa. Jornaalii Dilbii Qorannoo - Journal of Accumulated Knowledge Resources , Vol. 1 No. 2 (2023): Joornaalii Dilbii Qorannoo (JDQ) Volume 1 Issue 2

Visit

doi.org

Languages

KaanKhanaMbayNdauOromo, Borana-Arsi-GujiOromo, EasternOromo, West Central

Tags

ergaageerarsa dinagdeeOromoo Maccaaqorannoo sanyabsaayaadiddama haalaa

Licenses

Creative Commons Attribution Non Commercial 4.0 Internationalhttps://creativecommons.org/licenses/by-nc/4.0/legalcode

Similaires

Xiinxala Ergaa Hawaasummaa Geerarsa Oromoo Jaawwii Maccaa: Ija Yaadiddama Ijaarsa HawaasummaatiinXiinxala Haalawwan Geerarsa Oromoo Jaawwii Maccaa: Ija Yaadiddama HaalawaatiinXiinxala Ergaa Weedduu Arrabsoo Durbaa Yeroo Fuudhaafi Heerumaa, Guddina Hawaas-Dinagdee Keessatti: G/W/Bahaa, Aanaa Jimmaa Arjoo XiyyeeffateXiinxala Yoomessaafi Ergaawwan Sirboota Gundoo Booree Oromoo Jaawwii MaccaaXIINXALA QABIYYEEWWAN GOSOOTA SIRBOOTA GAA'ELAA GALUMSAA OROMOO JAAWWII MACCAA KEESSATTI

Xiinxala Ergaa Hawaasummaa Geerarsa Oromoo Jaawwii Maccaa: Ija Yaadiddama Ijaarsa Hawaasummaatiin

Kaayyoon qorannoo kanaa ergaa dhimmoota hawaasummaa geerarsa Oromoo Jaawwii Maccaa xiinxaluudha. Rag

Xiinxala Haalawwan Geerarsa Oromoo Jaawwii Maccaa: Ija Yaadiddama Haalawaatiin

Kaayyoon qorannoo kanaa haalaawwan geerarsa Oromoo Jaawwii Maccaa xiinxaluudha. Maddeen ragaalee qor

Xiinxala Ergaa Weedduu Arrabsoo Durbaa Yeroo Fuudhaafi Heerumaa, Guddina Hawaas-Dinagdee Keessatti: G/W/Bahaa, Aanaa Jimmaa Arjoo Xiyyeeffate

Qorannoon kun ga’ee weedduun arrabsoo durbaa yeroo fuudhaafi heerumaa guddina hawaas-dinagdee cimsuu

Xiinxala Yoomessaafi Ergaawwan Sirboota Gundoo Booree Oromoo Jaawwii Maccaa

Qorannoon kun xiinxala yoomessaleefi sirboota gundoo booree Oromoo Jaawwii Maccaarratti xiyyeeffata.

XIINXALA QABIYYEEWWAN GOSOOTA SIRBOOTA GAA'ELAA GALUMSAA OROMOO JAAWWII MACCAA KEESSATTI

Axereraa Qorannoon kun mata duree ‘Qabiyyeewwan, Akkaataalee Dhihaannaa, Fakkoommiiwwan Mi’aale