Kaayyoonqorannookanaa, Qaaccessa Mammaaksota Oromoo Gootummaa Agarsiisan: Godina Baalee Aanaa Diinshoo Kan Xiyyeeffate, qaacceessuunibsuudha. Qorannoon kunGodina BaaleeaanaDiinshookangaggeeffameyoota’uumammaaksootagootumaaagarsiisanqofarrattikanx
iyyeeffateegaggeeffameedha.
Qorannoon
kunmammaaksootaOromoogootummaanagarsiisanyerooammaa hawaasaaanaaDiinshoobirattisadarkaamaalirraaakkajiran,
kana
faayidaaisaanhawaasaafqaban,
qabiyyeeisaaniiwajjiinxiinxalameedhihaateera. Qorannoon kanhordofesaxaxaqorannooibsaati.
Maddi
raga
qorannichaas,hawaasaaanaaDiinshookeessajiraatankeessaamaanguddoota,
barsiisoota,
hojjattootaaadaafituriiziimiiaaniichaayoota’anbarreeffamoonnimammaaksootaOromooirrattixiy
yeeffataniihayyootaanbarreeffamaniisakkamaddaragaattitajaajilaniiru.
Kanaaf,
akkamaddaragaatokkoffaattinamoonniodeeffannoonirraafunaaname,
manguddootaOromoowaa’eemammaaksotaOromooirrattibeekumsaqabaniifigadifageenyaanbeek
anirraayi.
Odeefkennitootamaddaraga
tokkoffaarraaiodeeffannoonmalafunaansa
raga
afgaaffiifimariigareexiyyeeffataatiinfunaanameera.
Maddootaragaalammaffaarrayknsakatta’adookumentiirraacheekliistiifayyadamuunfunaanameer
a.
Odeefkennitoonniqorannichaa
malaidaattessuumiti-carraadhaankanfilatamanyoota’u,
gosaiddatteessuukanneenkeessaamalliiddatteessuudhimmaittibahameidaattessuuakkaayyoofiidd
atteessuudarbaadabarsaati.GandootiinanaaDiinshooqorannoonkeessattigaggeeffama
mala
iddateessuuakkayootiinkanfilatamanyoota’uuodeefkenniitoonniqorannookanaagandootasadanke
essaa
mala
darbaadabarsaatiinmaangudoonnishanshanfilatamaniiru.
Kanaafuu,
qorattuunqorannookanaadura
waajjiraAadaafiTurizimiiaanichaamariisisuudhannamootagandichakeessaawaa’eeMammaaksa
Oromoosirrittibeekanergagaafatteenbooda,
ragaaleeqorannichaafisheebarbaachisanmala
afgaaffii, mariigareexiyyeeffataafisakata’adookumantiifayyadamuun
raga walittiqabatteera.
Ragaaleenarmaanolitti mala funaansa raga adda addaatiinfunaananamakunniinbifabifaa adda
ergabahaniiboodamala
qaaccessa
raga
akkamtaatfayyadamuunibsaanyookinaddeessaatiinxiinxalameedhihaateera. ArgannoowwanqorannookanaanargamanismammaakasoonniOromoogootummaanwalqabateem
ammaakaman, kabajaqabuibsuuf,
gootafalmiikeessajirudaranitticimeeakkafalmuufonnachiisuuf,
faarsuuf,qeequuf
luyinaonnachiisuuf,
dabeessaakeekkachiisuuf,
,sirreesuufakkasumasnamootasobaangootaoftaasisanbalaaleeffachuufakkatajaajiluqorannookan
aabiragahameera.
DabalataanqabiyyeenmammaaksotaOromooahaalakeessattimammakamaniirraaalattihubachuun
rakkisaaakkata’eqorannoonkanaanhubatameera.Dhumarratti,
qorattuunqorannoo
kana
mammaksootaOromoogootummaanwalqabateemammaakamankanniinwalittiqindeeessuundhaloo
taboriitiifkaa’uunakkabarbaacisuufiqorattoonniifidhabbileenbarnootaafiqaamni
dhimmi
ilaalatuqorannooakkagaggeessuqabuyabookeecheejirti. 3